Olimpikii Paaris 2024 dhiyaachaa jiru irratti qabxiilee ijoo beekuu qabdan
Olimpikiin Paaris jalqabuuf ji’a jahatu hafe – Paaraalimpikiin ammoo torbanoota muraasa dhufan keessa gaggeeffama. Sirni baniinsaa bidiruuwwan irratti gaggeeffama, akkasumas gosti dorgommii waan akka shubbisaa ‘break-dancing’ yeroo jalqabaaf morkiif dhiyaata. Taphni Olimpikii fi Paaraalimpikii yoomi? Eenyu fa’itu hirmaata?
Sirni ittisa haleellaa qilleensaa Israa’el ‘Iron Dome’ maali?
Sirna ittisa haleellaa ammayyaa addunyaa kanaa keessaa tokko kan ta’e kanarratti waan muraasni beekuu qabdan kunooti.
Sabboonummaan Oromoo uffata aadaa akkamiin ammayyeesse?
Uummatni Oromoo Itoophiyaa keessa jiran, lakkoofsaan saboota kaan irra guddaa tahanis, ifatti aadaafi eenyummaa isaanii mul’isuuf rakkatu turan. Dhiibbaa ifatti mul’atuufi dhokataa ta’een Afaan isaaniin uummata fuulduratti dubbachuu dabalatee, eenyummaa isaanii akka barbaadanitti ibsachuuf danqaaleen garagaraa turan. Haalawwan aadaa ummatichaa itti calaqisu keessaa tokko gama uffata aadaatiin.